Najjaash Muhammad Offline

Najjaash Muhammad: Offline listening, clear audio.

Developer: K Technologies

Category: Music & Audio (app)

About

Nashiidaa kaka’umsaa Munashid Najjaash Muhammad bifa qulqullina ol’aanaa fi ammaayyaawaa ta’een isiniif dhihaatee jira. Nashiidaalee Najjaash Muhammad garaa garaa sagalee ifaa fi qulqulluu ta’een dhaggeeffachuu dandeessu. Appiin kun intarneetiin hin barbaachisu – saffisa ol’aanaan ni dalaga. Itti fayyadamuuf salphaa waan ta’eef, yeroo barbaadetti fi bakka barbaadetti dhaggeeffachuu ni dandeessu. 🎧 Amma buufadhuu nashiidaa kaka’umsaa Najjaash Muhammad waliin yeroo gaarii dabarsi. *** Enjoy Najjaash Muhammad's inspiring nasheeds without needing internet. This app provides a collection of nasheeds in clear, high-quality audio. Simple interface, listen anytime, anywhere. Download now.

Details

More in Music & Audio

ilovalar.com for Android